Qajeelfama: Kaayyoon qorannoo kanaa Odeeffannoo dargaggoota Itiyoophiyaa hedduuf carraa hojii uumuuf haala mijeessuuf ykn ariifachiisuuf gargaaru sassaabuu ykn walitti qabuu dha.

Hubachiisa:  Qorannoo kana namoota haala sirriin guutaniif dursii ni kennama.

Kassiisi:- Ta assabalta kibtak naharal, yoofenta mamaxxaga akkek saniitisiyyi idini akkek safriseenit faxxiimele; Barittô sumaqta kee aydakaakan sumaqtah cibtittek xamcin koppi dacrisaanam mahabbaalin!

ይህንን እና መሰል መረጃዎችን ለማግኘት ከዚህ በታች የተቀመጡትን የሥራና ክህሎት ሚኒስትር ዌብሳይት እና ማህበራዊ ሚዲያዎች ይከታተሉ። (To find this and similar information, follow the Ministry of Labor and Skills website and social media listed below.)